Waldaan hawaasa Oromoo Melboorne Kibba Bahaa (SERMOCAVA) sagantaa Bashannana maatii ijoollee qopheessee jira. Waan kana ta’eef miseensi waldaa hawaasa Melboore Kibba Baha taatan Amajjii 14, 2012, guyyaa Sanbata duraa maatii keessan /ijoollee/ qabachuun ganama sa’a 09:00wd/am buufata baaburaa Noble Parkitti akka argamtan jechaa miseensonni carraa geejiba hin qabne Atobusiin kan qophaa’u yeroo ta’u konkolaataa ofiitiinis adeemuun ni danda’ama.
Bakki ………………………………….Cardinia Reservoir Park, Karaan nama geessu Wellington Road, Cardinia Creek Road Melway: page 126 A12 or 210 C11.
Guyyaan ……………………………Amajjii 14, 2012
Saa’atiin …………………………… 09:00wd ta’a —saa’atii itti Noble Park wal agarree kaanu.
NB 1. Saa’atiin kabajamuu qaba
2. Konkolaataa ofiitiin deemuunis ni danda’ama.
KHR SERMOCAVA.

Galatoomaa,
Jabaadhaa