The South Eastern Region Melbourne Oromo Community
October 13, 2012 By oromocentre Leave a Comment
October 7, 2012 By oromocentre Leave a Comment
(Oromocentre, Melbourne, 07 October 2012) On Sunday, September 30, 2012, several million Oromos gathered at Bushoftu’s Hora Arsaddii in Central Oromia, southeast of Finfinne to celebrate Irrecha, a national “Thanksgiving” holiday. Of the millions, Ethiopian-cum-Tigire security forces arrested 150 to200 Oromo persons of all ages and gender and jailed them in Mai’ikelawi (a torture prison in Finfinne) and at […]
October 4, 2012 By oromocentre Leave a Comment
(Oromocentre, Melbourne, 4 Onkoloolessa 2012) Ayyaanni Irreechaa sirna hoo’aadhaan Australia, kutaa Victoria, magaalaa Melbourne keessatti kabajame; ayyaanni kun sirna ittiin aadaa fi eenyummaan Oromoo mul’isan ta’aa jira. Ayyaanni Irreechaa hawaasa Oromoo biyya Australia, kutaa Victoria, magaalaa Melbourne fi naannoo ishii jiraataniinFulbaana 30 bakka Footscray park jedhamutti kabajame kana irratti ilmaan Oromoo uffannaa aadaa Oromoo calaqqisuun […]
September 19, 2012 By oromocentre Leave a Comment
(Oromocentre, Melbourne, 19 September 2012) The Convening Committee of Irreechaa says that the upcoming Irreechaa 2012 -Oromo National Thanksgiving Day -celebration will be held in Victoria, Australia on September 30, 2012. According the committee press release, the Oromo national Thanksgiving Day is the day of blessing and joy in which people come together and share experiences with various communities, social organizations, […]
September 8, 2012 By oromocentre 1 Comment
dwakjira74 sent you a video: “Ayyaan Irreechaa 2012 (made with Spreaker)” Anaa Dhufu Irreechaa!! Baga Irreechaa 2012 nagaan geessan! Source: http://www.spreaker.com/user/ragabaa/ayyaan_irreechaa_2012 © 2012 YouTube, LLC 901 Cherry Ave, San Bruno, CA 94066
September 3, 2012 By oromocentre Leave a Comment
(Oromocentre, Melbourne, 02 Fulbaana 2012) Owwaalcha nama mataa Wayyaanee fi bulchaa Impaayera Etoophiyaa wagga 21 ture, Mallasaa Zeenaawii, dhaadhessuufi sirna awwaalchaa kallattiin addunyaatti agarsiisuuf Australia, magaalaa Melbourne keessatti sagataan waldaa hawaasa Tigirootaa fi bakka bu’oota mootumichaa, Qoonsilaan isaanii qophaa’e fashale. Guyyaa Mallasaan itti owwaalamu Fulbaana 02, 2012 sirna owwaalcha isaa suduudaan/kallattiidhaan (live) guddaa irratti magaalaa […]
August 20, 2012 By oromocentre Leave a Comment
(Oromocentre, Melbourne, 20 Hagayya 2012) Qeerroon Oromoo biyya abbaa isaanii keessaa dhiibamanii jireenya godaansaa keessatti argaman qabsoo oromoo fi mallattoo qabsoo Bilisummaa Oromoo kan ta’e, Alaabaa ABOtiin ayyaanaa fi sirna Olompiika baranaa miidhagsuun isaanii beekame. Odeessa karaa walqunnamtii hawaasaa kan akka youtube fi facebook tamsaasamaa jiru irraa akka hubatamutti Qeerroon Oromoo biyya Engilaandi, magaalaa London […]
July 27, 2012 By oromocentre Leave a Comment
(Oromocentre, Melbourne, 27 July 2012) SERMOCAVA monthly meeting will be held on July 28/2012 at NeighbourHood House, 4:00pm -6:00pm. The agenda of the meeting should be: 1. About an annual general meeting, 2. Preparation for ” Guyyaa Irreechaa Oromoo” 3. about our elders committee 4. Other businesses that arise from the house. With best regards, […]
July 10, 2012 By oromocentre Leave a Comment
(Oromocentre, 10 Adoolessa 2012) Baqattoota Oromoo biyya abbaa isaanii irraa dhiibamanii biyya yaman keessatti dahatan irratti hiraarsaa fi ajjeechaan gahaa jiru daran hammaachuun gabaasame. Maddi Oduu keenyaa Yaman irraa odeessa nuuf ergeen akka hubachiisetti, miidhaa fi hiraarsaan Oromoota irra gahaa jiru yeroo irraa gara yerootti hammaachaa jira. Odeeffannoon suuraa waliin qindeeffamee nuuf ergame irraa akka […]